Waa’ee Keenya About

Ambo Tv is started by Qeerroo from Ambo Oromia to broadcast the voice of voiceless , the voice of big oromo nation of horn of Africa.

Ambo Tv Sagalee oromoo ta’uudhaan imala bilisummaa fi birmaadummaa saba oromoo saba guddicha gaanfa Afrikaa ta’uudhaan magaala handhuura qabsoo kan taatee magaalaa Amboo irraa qeerroodhaan kan tamsa’uu dha.

Utubaa tokkummaa oromoo irratti ijaaramee duudhaa fi aadaa fi safuu oromoo kabajuudhaan afaanoota adda addaatiin tamsasaa isa bara qabsoo 2016 hundeeffamee addunyaa qaqabaa jira.