Oduu Afan Oromo

Waadaa Oromoo

Wbo’n oromootni akka waadaa hin nyaatnee fi wal hin baasasne waadaa galchaa akkasumas uumatni oromoas waadaa seenaa jiru. Qurxummiichiis galaanichis walumaan gara injifannootti qajeelaaniiru. Warri galaanicha gogsuuf yaadee ofii abjoote malee oromoon waadaa ittichifatee bilisummaaf qophaa’aa garbummaa hundeen ofirra buqqisuuf nafxenyaa biyyeetti ishee dabaluuf qabsoo cimaa irra jira.

Check out AMBO TV on #SoundCloud
https://soundcloud.com/user-884915784?ref=clipboard&p=a&c=1&utm_source=clipboard&utm_medium=text&utm_campaign=social_sharing

Leave a Reply

Please log in using one of these methods to post your comment:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s